Jeremiah 43:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yohananifi jara gugurda askartitifi yokhaani nami kaani ch'ufti jecha AABBO Waaqa, ka inni lafa Yuda keesa taa jed'eeni, ch'aqasu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan Yohaana'aa fi bulchoonni loltootaa maruu akkasuma gosa bani'ii keessaa eennullee biyya Yihuuda'aa keessa jiraachu'uuf ka ajaja Rabbii raawwate hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ilmi Qaarehaa Yohaannaan, ajajjooti loltootaa martii fi kolbaan marti Mootii Waan Maraatiif ajajamanee biyyaa Yihuda'aa keessa le'iisa didane.