Jeremiah 43:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yohananifi jari gugurdaani askarti ch'ufti, nama lafa Yuda keesati hafe fuud'ani, lafa Misiri geesani. Ammalle worra suni woliini worra lafa qara iti firfirsani keesaa gale,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yohaana'aa fi bulchoonni loltootaa worra Yihuudaa keessatti hafan maraa gara biyya Misirii fidan; kunillee haga armaan dura banii ormaa keessa bittinnaayanii jiraata'aa turaniin maayessa deebi'anii garuu banii gara biyya Yihuuda'aa deebi'anii turan jechuun,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Qaarehaa Yohaannaanii fi ajajjooti loltoota marti ammoo, Yihudaa biyya Yihuda'aa keessa le'iisaaf gosa biyya adda addaa addee itti bittinnowane keessaa deebi'anee dhufane mara fudhatanee deemane.