Jeremiah 43:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dubbi AABBO Waaqa dide, akanaani kae lafa Misiri seene, dira Tahapenesitini bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja Rabbii didanii gara biyya Misirii dhaqanii haga qachaa Xaafnaasii gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan Mootii Waan Maraatiif ajajamuu didanee, biyya Gibxi'ii seenanee haga qachaa Taahafeneetii deemane.