Jeremiah 44:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yahudi lafa Misiri keesa jirtu ta dira Migdolitiifi ka Tahapenesitifi ka Nofu keesa teetufi ta lafa suni keesa bitaa teetule nati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra Israa'elii Migidoolii biyya Misirii keessa jirtu ta gara kaabaa, Xaafnaasii fi qachoota Memfiis jedhaman keessa jiraatanii fi worra gara kutaa biyya gara kibbaatiin jirtu keessa jiraatan maraaf natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo Yihudoota biyya Gibxi'ii keessa qachaa Miigdo'oo, Taahafenee, Nofiitii fi Phaaxrosii keessa le'anu maraaf, jechi Mootii Waan Maraa gara ana Ermiyaasii dhufee,