Jeremiah 44:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan jed'u, Anini badi isanitini d'ufe, worra Yuda ch'ufa balleesu male intau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu ani Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii isinitti aaree Yihuudaa maraa barbadeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf, ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii, badii isin irratti fidee, kolbaa Yihuda'aa ijjumaa balleessiisaaf murteeffadheera.