Jeremiah 44:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami d'iira, ka aka nad'eeni isaani waaqoota d'ibi hit'aana aarsitu beekhu, ammalle nad'eeni arti ejaanjitufi worri Israeli, ka lafa Misiri bitaa tauleeni ka gumiini sunini nama muumme inqamne waan nani jette,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhiiraa ka akka dubartoonni isaanii waaqolee tolfamaa biraatii ciincaa dhiyeessan beekan maruu worri Israa'elii ka biyya Misirii gara kibbaatiin jiranii fi dubartoonni achi dhaabata'aa turan maruu woliin gara kiyya dhufanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba wolde'i guddaan kolbaa Yihudootaa ka biyya Gibxi'ii gara kibbaatii fi kaabaa le'anu dhiirti worri niitoti isaanii waaqota dhibi'iif hixaana akka aarsaaranu beekanu marti, dubartooti achi jiranu marti Ermiyaasiin,