Jeremiah 44:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo haga nu hit'aana hayyiti gubbati aarsu lakimne, daad'ile d'ibaayu baasufi lakimne, ya wod'amne, ammalle nami keenna ya woraanafi beelaani hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu urga mootittii sami'iitii ciincaa ciincawuu fi kennaa daadhii woyini'ii dhiyeessuu dhiifnee jalqabee bu'aan nu arganne hin jiru; baniin keenna lolaa fi beelaan dhumaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa dharaa mootittii ol-gubba'aatiif hixaana aarsiisaa fi daadhii woyni'ii dhibaasiisa haga lakkinnee as ammoo waan mara dhanneerra; shallaaga'aa fi beelaan dhumatiisatti jirra» jedhane.