Jeremiah 44:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nad'eeni suni waan jette, Gaafa nu qit'a hayyiti gubbaa fakeesine mid'aasine, hit'aana aarsineefi daad'i d'ibaayu baafneefi, d'iirsooti teennaleeni huji teenna imaachite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoonnillee hennaa nu maqaa mootittii sami'iitii bixilee goonu, hennaa ciinca'aa fi kennaa daadhii woyini'ii dhiyeessinu wonti nu abboota manaa keenna irraa fooyamnee goone tokkollee hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartooti itti dabalanee, «Waaqa dharaa mootittii ol-gubba'aatiif hixaana yennaa aarsinuu fi daadhii woyni'ii yennaa dhibaannu, akka nuuti daabboo fakkii isi'iititti bilcheessinuu fi kennansa daadhii woyni'ii akka isi'iif dhikeessinu dhirsooleen teenna hin beekan» jedhane.