Jeremiah 44:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Hit'aana isanifi ababoota teesanifi jaaroleeni teesani aarsitanifi ka nami lafa sunileeni dira Yudatifi kara Yerusalemu keesaleti aarsele — isani waan AABBO Waaqi quba inqamne yokhaani waan inni ded'e seetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akkuma armaan dura isinii fi abboonni teessan ta durii, mootonni teessanii fi bulchoonni teessan, baniin biyyatti keessa jiraatan maruu qachoota Yihuuda'aatii fi karaa Yerusaalemii keessatti hixaana aarsa'aa turan Rabbi hin qaabatu yookaan irraanfateera jettanii yaaddanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isinii fi abbootiin teessan ta durii, moototii teessanii fi qondaaltoti teessan, kolbaa lafa sanii qachaa Yihuda'aatii fi karaa Yerusaalemii keessatti hixaana aarsitane Mootiin Waan Maraa waan hin qaabanne seetanii? Marroo waan sanii inni dedheera seetanii?