Jeremiah 44:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma kana lafti teesani badde ona taate, nama keesaa d'abani. Isii, nami yo arge iraa rifate, maqa isiitiini woli abaara; wonti akanatiifi AABBO Waaqi hameennaafi ch'ubbu isani tolchitani tana ya obsu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo amma biyyi teessan barbadooftee namni isii keessa jiraatu hin jiru; biyyattiin nama jibbisiifti; baniin maruu akka waan isiin abaaramteetitti laalan; Rabbi hujii keessan ka didda'aatii fi ka hammeennaa maraaf isinii hin obsu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa hujii teessan hantu'uu fi waan battii isin hujjane ossuu hin dandeenne; tanaaf latti ontee, akkuma adha jirtu tana lafa abaarsaa ta nami keessa hin jirre teete.