Jeremiah 44:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti badiini tunini isani qabateefi, waan isani waaqoota d'ibi hit'aana aarsitani, aadaafi seera AABBO Waaqa lakiftani, akasiini ch'ubbu ke buutani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti balaan kun maruu isin irra gayeef waan isin waaqolee tolfamaa ormaatii ciincaa dhiyeessitanii Rabbiin gaddisiiftanii seera isaa ka tumameefillee ajajamuu diddaniif.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin hixaana aarsiisaan Mootii Waan Maraa yakkitanee isaaf waan hin ajajaminiif, seera, seerataa fi ajaja isaa waan hin eegatiniif, adha akkuma dhaggitanu badiin tun isin irratti dhutte» jedhe.