Jeremiah 44:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan nad'eeni sunifi nama ch'ufaani jed'e, Isani, worri Yuda, ka lafa Misiri keesa tau, dubbi AABBO Waaqa ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin Yihuudonni worri biyya Misirii keessa jiraattan dhiirtinii fi dubartoonni maruu Waan Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii jedhu dhagayaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ermiyaas kolba'aa fi dubartoota maraan, «Isin Kolbaan Yihuda'aa ta biyya Gibxi'ii keessa leetanu marti jecha Mootii Waan Maraa dhage'a'a!