Jeremiah 44:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hormaata isani d'owe, badiini isaniti d'ufa. Isani ch'ufti woraanaafi yokhaani d'ukubaani raawattani, nama tokole ka hafe d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan mishaa uduu hin taane akka wonti hamaan isin irra gawu godha; isin keessaa namni tokkollee uduu hin hafne lolaa fi beelaan duutan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kunoo waan hantuu isinitti fida malee waan dansaan isinitti hin fidu; isin Yihudooti worri biyya Gibxi'ii keessa leetanu marti ijjumaa haga baddanutti, shallaaga'aa fi beelaan hin dhumattan.