Jeremiah 44:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani nami takeeni iraa hafe lafa Misiri keesaa lafa Yudati deebia. Duuba akanaani jari hafe suni dubbi tiyyafi ta worra, ta d'ugaa taate, gargari beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu isin keessaa Yihuudonni hagoon hafan biyya Misiriitii gara biyya Yihuuda'aa hin deebi'an; hennaa san worri gara biyya Misirii baqatan dubbiin kiyya yookaan dubbiin keessan kamtu akka dhugaa ta'e adda baasanii beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessaa worri diqqaan shallaagaa jalaa miliqee biyya Gibxi'ii keessaa gara lafa Yihuda'aa hin deebi'a; worri Yihudootaa ka baraaree hafee biyya Gibxi'ii le'iisaaf dhufe duudiin, dubbii ani dubbadhe yookiin dubbii isaan dubbatane keessaa dhugaan tami akka teete hin beekan.