Jeremiah 44:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi, lafa tana keesati isani gaargalche; duuba akanaani aka dubbini, Anini isani balleese jed'e taani guutamtu beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani hulee kanatti isin adabu ‹badii isinitti fida› jedhee dubbiin ani dubbadhe akka dhugaa ta'u ani Rabbi isinii mirkaneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa addee tanatti isin adabiis, tun beessisa isiniif hin teeti. Tun teetuun yennaa dhaggitane, adabbiin ani: Isin hin adaba jedhe dhugaa akka teetee hin beettan.