Jeremiah 44:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi worri dira suni waan hamtu tolche na dallansiise. Worri waaqoota d'ibi sorio baase, waaqoota isanifi ababooti teesani waan isii imbeenne, hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan wonti kun maruu ta'eef waan qachattii san keessa jiraatanii hujii hamaa hojjatanii na aarsaniif isaan waaqolee tolfamaa ormaatii ciincaa dhiyeessan waaqolee tolfamaa isaan, isin, yookaan abboonni teessan ta durii hin waaqeffanne waaqeffatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille sababa hammeenna isaan hujaneef isaan irratti teete; isaan waaqota dhibii ka isin, abbootiin teessan yookiin isaanuu ka ifiifuu hin beenneef hixaana aarsanee waaqonfatiisaan na aarsaneeran.