Jeremiah 44:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hayyu Hofra jed'ani, ka lafa Misiri, harka nyaapa isaa ka isa ijeesu fed'uti kenna, akuma anini duri Sedekia hayyu Yuda harka nyaapa isaa Nebukadreza, hayyu Babiloni, ka isaa ijeesu fed'eti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ani Sedeqiyaasii mootii Yihuuda'aa ka armaan dura diina isaa ta'e mootii Baabiloonii Nabukadanatsoorii Misirii ka Hoofiraa jedhamu diintota isaa ka isa ajjeesu'uuf ta'anitti dabarsee isa kenna» jedhee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Yihuda'aa Zedeqiiyaa diina isa ijjeesiisaaf barbaadu, mootii Baabilonii harka Nebukadnezaariititti dabarsee akkuma kenne, mootii Gibxi'ii Fara'oon Hofraa diinota isaa ka isa ijjeesiisaaf barbaadanutti dabarsee isa hin kenna› jedha» jedhe.