Jeremiah 44:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maro heddu raagoota hojattu tiyya isaniiti erge, ta waan hamtu anini jibbu tana intolchina isaniini jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isin waan hamaa ani jibbu kanniin hin goone akka isin seeran raattota na tajaajilan deddeebi'ee gara keessan erga'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, ‹Waan jibbisiisaa ani jibbu kana hin hujina'a› jedhee yennaa hedduu tajaajiltoota tiyya raagota isaanitti ergeeraayyu.