Jeremiah 44:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani dubbi suni inch'aqamne yokhaani inguunne. Ammalle aada hamtu waaqoota d'ibi sorio baaftanile lakisu diddani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu dubbii isaan isinitti himan dhagawu'uuf fi ija gati'iitiinillee laaluu hin barbaanne; isin waan hamaa barattan ka waaqolee tolfamaa ormaatii dhiyeessitan dhiisuu hin barbaanne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo na hin caqanne; hin qalbeeffannelle'e; hammeenna ifii irraa hin deebine; waaqota dhibi'iifille hixaana aarsiisa hin lakkinne.