Jeremiah 44:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini nama dira Yudatifi nama kara Yerusalemu gula yau ch'ufa iti dallane ibida iti tahe. Duuba dirafi karaani sunini bade ona tahe, haga arrale nami argu irruma rifata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani qachoota Yihuuda'aatii fi karaa Yerusaalemii maraa irratti lolaa fi aarii kiyya buusee akka ibiddaan gubatan godhe; isaan haga adhaa akkuma amma mudhata'aaran maruu diiggamanii ona ta'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, aariin tiyya ta bobeettu dhangalaatee, qachoota Yihuda'aatii fi karaa Yerusaalemii irratti bobeettee, akkuma adha dhaggitanu kana diigamanee, ona akka te'anu goote.