Jeremiah 44:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan jed'u, Isani maafi waan hamtu akana tana ufitini d'uftani d'iirafi nad'eenifi ijoolleefi daimale balleesitani, daara ufi d'owartani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Amma ani Rabbii Gooftaa banii maraa Waaqa Israa'eliitiin isin gaafadhaa isin maaf waan hamaa kana maraa gootan? banii Yihuuda'aa keessaa namni tokkollee fiixamaafuu akka hin hafne badiin dhiiraa fi intala, ijoolle'ee fi daa'immanitti akka dhufu maaf barbaaddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ammalle ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dande'u, Waaqi Israa'elii, ‹Dhiirtii fi dubartiin, ijoolle'ee fi daa'immaan Yihudaa keessatti akka hin hanneef, badii guddoo akkasii maaf ifi irratti fiddan?› jedhee isin gaafadha.