Jeremiah 44:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maafi waan harkaani boch'ani kad'attani, lafa Misiri ta isani iti qubatani tana keesati waaqa d'ibi hit'aana aarsitani na dallansiiftani? Isani ufi balleesu feetanifi waan suni tolchitani? Aka nami lafa keesa jiru ch'ufti isani goyeese maqa keesanini woli abaaru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Misirii ta dhuftanii keessa jiraata'aartan tana keessatti waaqolee tolfama'aa sagadu'uu fi waaqolee tolfamaa ormaatii ciincaa dhiyeessa'aa maaf na aarsitan? yookaan baniin lafa irra jiraatu maruu akka isin irratti baldanii fi akka maqaa keessan maqaa abaarsaa godhan uf balleessuu barbaaddanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee le'iisaaf dhuttane tana keessatti, waaqota dhibii biyya Gibxi'ii keessaatiif, hixaana aarsiisaan, waanuma harki keessan hujeen maaf na aarsitan? Ifi balleessitanee gosa biyya biyya adda addaa ta lafa irraa oddu'utti waan abaarsaatii fi coora'aa ifi hin gootan.