Jeremiah 45:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini, anini ya ufi jibbaad'e! AABBO Waaqi yayu gaargala kiyya nati guddise na laalefachiise, anini ya ooa d'aqe ufi jibbad'e boqota inqabu ufiini jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi uduu ani dhibameeru gadda natti eda'ee uduu womaa hara hin baafanne dadhabee waan woyata'aaruuf na hobbaas!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati, ‹Mootiin Waan Maraa miidhama kiyya irratti gadda waan dabaleef naaf aanne'e; ani aadiisaan dadhabee foora dhabeera› jetteerta.