Jeremiah 45:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, AABBO Waaqi, waan jaare ch'ach'abse, waan oobrele buqisuu jira, waan kana anini lafa ch'ufa keesati tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi garuu waan ufii ijaare hin diiga; waan dhaabellee hin buqqisa; waan kana maraa lafa marattuu hin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa ammoo, ‹Lafa Yihuda'aa mara irratti waan ijaare hin diiga; waan dhaabe hin buqqisa.