Jeremiah 46:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini waan gosa d'ibii, ka AABBO Waaqi Yeremiati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi biyya Misiriitii jalqabee waan mootota maraatiif ana Ermiyaasitti natti dubbate; Iyyo'aaqeem Yihuudaa irratti mooyee woggaa arfeesso'ootitti loltoota mootiin biyya Misirii Nikaa'u hulee Karkamish jedhamu ka laga Efraaxisii biratti duulchise akka Nabukadanatsoor mootiin Baabiloonii isaan mooyatu dubbiin Rabbi natti dubbate kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaan marroo gosa biyya adda addaatiif gara Ermiyaasii dhutte ta asii gad jirtu: