Jeremiah 46:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa hayyuuni Babiloni, ka Nebukadreza jed'ani, lafa Misiri had'u d'ufe, AABBO Waaqi waan nani jed'e:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Nabukadanatsoor mootiin Baabiloonii gara biyya Misirii dhufee akka balaa buusu'uuf ta'u akkana jedhee natti dubbate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Baabilonii Nebukadnezaarii dhufee biyya Gibxi'ii akka lolu ergaan Mootiin Waan Maraa Ermiyaasitti dubbatte ta asii gad jirtu: