Jeremiah 46:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Misirifi Migdolifi Nofufi Tahapenesi keesati dubbi tana lalaba: Kurfefad'a, nyaapa ufiraa d'owa; waan isani qabdani ch'ufa woraanati balleesa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qachoota biyya Misirii Megedoo, Meemfiisii fi Xaafnaasitti dubbii kana labsi; ‹uf irraa dhooggu'uuf qophaayaa'a; wonti naannaya keessan jiru maruu lolaan bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Shallaagaan worra adaala keessan jiru waan fixxuuf, addee teessan qabadha'aatii qophowa'a!» jedhiitii, ergaa tana biyya Gibxi'ii keessatti lassi; worra qachaa Miigdolii, Nofiitii fi Taahafenee keessa jiru maralle'eef lallabi.