Jeremiah 46:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini teesani gugufatte jijidde waan woliini jette, Hurrisa, nu yaasa, worra keennati nu galcha, aka woraana nyaapaa jalaa baanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaan jala deeman gufatanii wol irratti kufan; isaan ‹guraadee diinaa jalaa dheessinee banii biyya keennaatitti akka makamuu dandeennu haa ariifannuu› woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan guggufatanuuf wol irratti hin jijjigan; wol woliin, «Kowa'a gara kolbaa teennaatii fi gara lafa teennaa deebina; shallaagaa diina keennaa jalalle'ee baqanna» hin jedhan.