Jeremiah 46:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani, hayyu, Waaqa jiru. Akuma gaari Tabori, gaareeni ch'ufa iraa d'eerate, gaari Karmeli galaana ch'ufa iraani mullatu, akasuma nami isani had'u nama irre qabu taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin maqaan isaa ‹Rabbii Gooftaa banii maraa› jedhamu akkana jedha, «Ani jiraata'a; akkuma gaarran jiddu'utti, Taaboor, qarqara galaanaatitti Qarmeloos ol jedhanii mudhatan akkasuma hunni isin irratti ol jedhee mudhatu hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, mootichi, «Ani jiraata'a; mootichi hunnaamessi ka akka gaara Taaborii ka gaarota oddu'utti mudhatuu, ka akka gaara Qarmelosii ka abbaayaa qarqara jiruu fakkaatu hin dhufa.