Jeremiah 46:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri Misiri, aka isani boojiani kurfefad'a, miiha wolti hid'ad'a? Dira Nofu balleesani, ona nami keesa inteenne tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii biyya Misirii, waan booji'amtanii deemtaniif, meeshaa keessan midhaaffadhaa'a; Meemfiis diiggamtee gammoojjii namni keessa hin jiraanne taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri biyya Gibxi'ii keessa leetanu booji'amiisaaf meya keessan qopheeffadha'a; qachaan Noofii diigamee, onee ka nami keessa hin jirre hin te'a.