Jeremiah 46:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini worri beeseeni bitateleeni yabbiye gagabbo fakaati. Worri nyaapa dura eje inhaane, ammo dudda iti gale baqate. Guyyaani badi worraa ya d'ufe, ka worra balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni isi'ii ta hori'iin qaxaraman akka mirgoolee qananiiteeti; isaan uf irra gara galanii dheessan; guyyaan murti'iitii fi badi'ii waan isaan irra gayeef, jabaatanii loluu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti biyya Gibxi'ii keessatti bitamanee odduu isaanii jiranu, worri akka dardara coome, yennaan isaan adabamanuu fi guyyaan badii isaanii waan dhikaateef, isaan gara duubaa deebi'anee hin baqatan; addee dhaabbatanetti ifi irraa dhooggatiisa hin dande'anu.