Jeremiah 46:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Misiri akuma bofaa lohe baqata, yo duuli nyaapaa worrati d'iaatu. Worri akuma nami badda guddo d'agaraani ch'ire balleesu, worra ch'ire balleesa. Worri nama heddu, ka henna inqamne, ka tuuta awaanisale ira jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni diinaa hunnaan lola'aa hennaa dhiyaatan biyyi Misirii akka bofa xiixuu laagaa dhageessisa'aa dheessiti; akkuma namoonni bosona jaamaa ciran, akkasuma isaaniillee dhagara'aan balaa isaanitti buusan; baay'inni banii isaanii laakkobsaan irra hin gayamu; baay'inni loltoota isaanii tuuta awwaannisaa caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinni isaan loliisaaf akka nama muka muruu, agaraa qabatee waan itti dhufuuf, worri Gibxi'ii akka dhudhuufa'aa siissaa, isaan duraa hin baqatan.