Jeremiah 46:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Misiri ya ch'eersani; worri mirgaa d'ufeti had'e worra dabsate. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyya Misirii baniin biyya kaabaa waan mooyataniif isaan hin saalfatan; ka waan kana dubbate ana Rabbi jedha» jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan biyya Gibxi'ii hin salphatti; kolbaa gara kaabaatitti dabarfantee hin kennanti» jedha.