Jeremiah 46:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
harka nama worra fit'u fed'uti kenna — hayyu Babiloni ka Nebukadreza jed'anifi duula isaa. Ammo eege nami akuma duri kaani lafa Misiriti deebie keesa taa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mootii Baabiloonii ka isaan ajjeesuu barbaaduu fi loltoota isaa maratti dabarsee isaan kenna; kun ta'ee haga diqqoo tureen maayii akkuma armaan dura ta'e, biyyi Misirii deebitee ta namni keessa jiraatu taati; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebukadnezaarii mootii Baabiloniitii fi loltoota isaa worra isaan ijjeesiisaaf barbaadanutti dabarsee isaan hin kenna; te'uu malee, gara duraa ammoo biyyi Gibxi'ii akkuma durii ta nami keessa le'u hin teeti.