Jeremiah 46:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi tiyya, insodaatina, worra Israeli, imudamina. Anini lafa fago suni ta boojiani iti isani geesani keesaa isani baasa. Isani lafa teesaniti galtani, nagayaani teetani, ch'alleesumani teetani, nami isani mudamsiisu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el! ijoollee Yaaqoobii tajaajilaa kiyyaa! hin sodaatinaa'a; abdiillee hin kutatinaa'a; ani isin biyya fago'oo fiixaa keessanillee biyya itti booji'amanii oolcha; isin ammallee eennullee uduu isin hin sodaachisin nagayaa fi gammachu'uun jiraattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee tajaajiltoota tiyya sanyii Yaaqoobii hin sodaatina'a; Ee kolbaa Israa'elii hin rifatina'a! Ani biyya fago'ootii isin hin fida; sanyii teessanille lafa isaan itti booji'amanee jiranu keessaa hin baasa; sanyiin Yaaqoobii deebitee nageyaan leeti. Nami isaan sodaachisulle hin jiraatu.