Jeremiah 46:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isaniti d'ufe isani baasa, isani male, gosa anini keesati isani firfirse taani ch'ufa imballeesa. Anini ato diqo tateele isanuma gaargalcha, ammo yo tateele d'uguma gula isani gaargalcha, Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el tajaajiltoota tiyya ani waan isin woliin jiruuf hin sodaatinaa'a! ani banii biyya isin keessa bittinnooftanii keessa jiraattan godhe maraa hin adaba; Ani sirima isin hin balleessu; isin qajeelchu'uuf garuu isin adaba; uduu isin hin adabne isin hin dhiisu; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee tajaajiltoota tiyya sanyii Yaaqoobii, ani isin woliin waan jiruuf hin sodaatina'a! Gosa biyya adda addaa ta ani odduu isaaniititti isin bittinneesse mara hin balleessa; isin ammoo hin balleessu. Ani haqaan isin adaba malee, adoo isin hin adabin hin lakkisu» jedha.