Jeremiah 46:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fardoole teesani koora ira keeyad'a, yaabad'a! Kofia teesani ta sibiila naqad'a, ch'orora ejaanja! Woraana keesani qarad'a, miiha keesani ka lola naqad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoo teessan lugaama'aa faanoo irra ejjadhaa'a, gulloo ulfinnaa godhadha'aa; woraana keessan midhaaffadhaa'a; uffata keessan ka lolaallee uffadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Farda keessan bixaalladha'a! Gullee teessan ta sibiilaa keyadha'aatii addee qabadha'a! Eboo keessan qaradha'aatii qomoo teessan ta sibiilaa uffadha'a.