Jeremiah 46:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qolchaleeni dandae duraa imbahu, askartileeni infiiddu. Mirgaa, gara galaana Fratiti, worri gugufate jijiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worri guddisanii fiiganuu dheessanii hin bayan; worri jajjabaanillee uf hambisuu hin danda'an; Efraaxisii gara kaabaatitti gufatanii kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri akka malee rukkisu, worri jajjabille jalaa bayuu hin dande'u; biyya gara kaabaa laga Efraaxiisii biratti, gufatanee hin jigan.