Jeremiah 46:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenu kunini, ka aka galaana nile olbahe, galaana afaani ufi ch'ufati fach'au fakaatu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka akka laga abbaayii utaalu, ka akka bisaan guutee dhangala'uu kun eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka akka laga Nayilii ol ka'u, ka akka laga guutee irraan dhangala'uu kun eennu?