Jeremiah 47:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargali hamaani ya worra Gaza qabate, worri Ashkeloni ya ch'allise. Worri Filistia kaani haga yoomi bohu lakisa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Gaaza'aa gaddanii mataa haadatan; baniin Asqaloona'aa maruu akka cadhisan taasisan; worri badii irraa hafan ka dhooqa Filisxeemii keessa jiran ka nafa ufii ciccira'aa gaddan haga yoomiiti?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachaa Gaaza'aa gaddanee mataa ifii hin haadatan; kolbaan qachaa Ashiqalonii hin dhumatti. Isin worri dhooqa keessatti baraaree hattane haga yoomii gadditanee nafa ifi mummurtan?