Jeremiah 47:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isiini akami hafuura baafati, ka anini huji isiini hojattu kenneefi? Anini yayu Ashkelonifi worra afaani galaana taule, had'i jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu hujii ani Rabbi isatti kenne uduu hin raawwanne attamitti hara baafata? ani banii Asqaloona'aa fi daangaa isi'ii irra jiran irratti akka balaa buusu ajajeeraan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa shallaagaa kiyya qachaa Ashiqaloniitii fi worra qarqara abbaaya'aa akka loltuuf eega ajaje, attam foorfata ree?» jedhe.