Jeremiah 48:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti moabu ka AABBO Waaqi guddaani dubbate tana: Worra Neboti naha, dira worra ya balleesani! Kiriathaimu, dira worra jaba ya qabani balleesani, nama isale ch'ufa ya ch'eersani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi Gooftaan banii maraa waan Moo'aabii jedhu kana, «Nabo waan barbadooftuuf, banii Naboo keessa jiraatuu hobbaas! Qiriyaati diina ufii harkatti kufti; kusheewwan isi'ii jajjabaanillee hin barbadaayan; baniin isi'iillee salphinna irratti kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii, Marroo Mo'aabii, «Qachaan Nebo'oo waan diigamuuf, isaaf aanne'e! Qachaan Kiriiyat-Aayimii hin salphata; hin qabamalle'e kusheen jadduun isaalle hin salphatti; hin diigantille'e.