Jeremiah 48:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Nama huji AABBO Waaqa garaa tokooni inhojanne abaara! Nama goraadeeni isaa woma inijeemnele abaara!)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hujii Rabbiititti rincicu, ka gara'aan hojjatee hin raawwanne ka abaarame haa ta'u! namni hennaa Rabbi akka inni guraade'een balleessu isa ajaje hin goone ka abaarame haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hujii Mootii Waan Maraa hujiisaaf rincicu ka abaarame te'uu ti; Mootiin Waan Maraa ajajeeruun, nami shallaagaa ifii akka dhiiga hin dhangalaanne dhooggatu, ka abaarame te'uu ti.