Jeremiah 48:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma guyyaani ind'ufa, ka anini nama erge Moabu aka daad'i lafati jissu. Worri d'ufe gorjo worraa ta daad'i duwa tolche tatarsaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama ottee tokko keessaa daadhii woyini'ii ottee biraatitti buusee ottee duwwaa cabsuutitti, ani Moo'aabiin ka isa diiguu fi ka banii isi'iillee achi keessaa bittinneessu isaanitti erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf guyyaan ani namoota akka okkote'ee Mo'aab dhudhulchanu ergu hin dhufa; isaan Mo'aab akka okkote'ee dhuldhuchanee duwwaa hamburanee hin caccassan.