Jeremiah 48:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami lafa Diboni tau, fulla teesani ta guddinnaati gabua, awaara keesa tataa; nami Moabu balleesu arma jira, dira isii jajaba ya balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma ka akka kusheewwan isi'ii diiggamee hafu taasisuu fi ka Moo'aabiin diigu waan as jiruuf, worri qachaa Diboonii keessa jiraattan maruu hulee ulfinnaa keessan irraa bu'a'aatii lafa daara'aa irra taa'aa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mo'aab ka balleessu isin loliisaaf dhufee, qachoota keessan ka dalleya dhaka'aa qabu waan diiguuf, isin worri qachaa Diibonii keessa leetanu, addee teessan ta ulfinnaa san irraa gad bu'a'aatii lafa godduu irra tee'a'a!