Jeremiah 48:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami Aroeri keesa tau, kara d'aatu ejaanja, eega; worra baqatu odu iraa fuud'a, waan hamaate gaafad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri Aro'eeriin keessa jiraattan maruu, karaa qaccee dhaabadha'aatii dhiira dheessuu fi intala dheessitu maraa qaba'aa gaafata'aa waan ta'e maraa hubadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri qachaa Aro'er keessa leetanu, karaa irra dhaabbadha'aatii eega'a; nama baqatuu fi dubartii milixxu, ‹Maanti maan te'e?› jedha'aatii gaafadha'a.