Jeremiah 48:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u, Moabu ya balleesani bohafi; isii ya ch'eersani. D'aatu galaana Arnoniti lalaba, aka Moabu balleesani hima!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Moo'aab diiggamtee waan salphattee kufteef banne banne jedha'aa booya'aaf; akka isiin ona taatellee laga Aarnoonii laddatti dubbadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille, ‹Mo'aab waan diiganteef salphatteerti. Isi'iif wiiccifadha'aatii bowa'a! Akka isiin baddelle laga Aarnonii biratti lallaba'a› hin jedhan.