Jeremiah 48:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irre Moabu ya ch'ach'absani, jabeenna isiile ya balleesani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunni Moo'aab lola uf irraa dhooggituun cabeera; baalliin isi'ii irraa fudhatameera; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafi Mo'aabii cabeera; irreen isi'iille caddeerti» jedha.