Jeremiah 48:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Worra Moabu farso iti guura, macheesa, wonti akanatiifi worri yayu na dide. Worri Moabu diddiga ufi keesati gangalate, nami d'ibileeni worra kobla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Moo'aab waan uf jajjee natti kaateef kootta'aa waan nama macheessu obbaasa'aa isii macheessaa'a, haqqiftee irratti gangalattee baniin itti haa kolfuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Mo'aab na caalaa waan ifi gudditteef, akka machoottu, diddiga ifii irralle'etti jiddee akka itti kollanu hin godha.