Jeremiah 48:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri lafa Moabu keesa tau, dira keesani keesaa baha! Beena d'akha gubbati gala! Aka sabaliisa ka mana ufi rarra bale irati jaaratu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin worra Moo'aabiin keessa jiraattan! akkuma handariin afaan qile'eetitti mana ijaarattu akkasuma isinillee qachoota teessan dhiisa'aatii holqa dhaga'aa keessa jiraadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin worri Mo'aab keessa leetanu, qachoota keessaa baya'aatii rassaa keessa le'a'a; akka saphaliisa goda qarqaratti mana ijaaratuu te'a'a.